Zabiba Huseen

Zabiba Huseen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Zabiba Huseen, Women's clothes shop, Sulultaa, Addis Ababa.

Caamsaa 25/2017 Kutaa Magaala Sulultaa Aanaa Abbaa Gadaatti bara kana Biqiltuu Aappilii Kuma Kudhanii ol dhaabuf karoorf...
03/06/2025

Caamsaa 25/2017

Kutaa Magaala Sulultaa Aanaa Abbaa Gadaatti bara kana Biqiltuu Aappilii Kuma Kudhanii ol dhaabuf karoorfamee boolli biqiltuu gaggeeffamaa jira.

Aanaa Abbaa gadaatti qophii bool'a biqiltuu Aappilii bara 2017 dhaabbatu karaa ogummaan deeggarameen qophaa'a jira

Ashaaraa Magariisaa bara kana biqiltoota nyaataf oolan baay'inaan akka dhaabbatuuf sadarkaa Aanaa hanga qonnaan bulaa adda dureetti qophiin barbaachisaa ta'e godhamaa jira.

Address

Sulultaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zabiba Huseen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share