15/11/2025
Ganamaan kaatee qurunfulii alanfattee beektaa?👉 https://t.me/naf37fspainbv
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Jalqaba irratti dhandhamaa hadhaawaa fi gubaa qabaachuu danda'a, garuu bu'aan isaa himamee waan dhumu miti.
Fayidaalee isaa keessaa muraasa:
1️⃣Dandeettii waa yaadachuu cimsa , sammuus haala ajaa'ibaa ta'een kakaasa.
2️⃣ Fayyaa onnee kan deeggaru yoo ta'u, ciminaa fi sochii bifa isiirraa egamuun akka raawwattu taasisa.
3️⃣ Qoma qufaa fi dhangala’aa irraa qulqulleessuun hafuura baafachuuf haala mijeessa.
4️⃣ Joint flexibility eeguu fi dhukkubbii ni salphisa.
5️⃣ Garaachaa fi mardhimaan jarmii fi baakteeriyaa irraa qulqulleessa.
6️⃣ Dhukkubbii ilkaanii fi irga tasgabbeessuu fi afaaniif foolii urgaawaa namatti tolu kenna.
7️⃣ Hojii kalee, Tiruu fi Rajiijjii fooyyessa.
8️⃣ Ija namaaf dandeettii arguu cimsa, duumessa ykn hurrii ijaa ni balleessa.
9️⃣ Dhukkuba qoonqoo fi tonsilii ni yaala.
🔟 Dhiibbaa dhiigaa gadi buusuuf fi sukkaarri dhiiga keessaa baalaansii isaa eggatu taasisa.
Dr. Kennaa Tufaa