Kaawunsilii Dargaggoota Musliima Godina Arsii

Kaawunsilii Dargaggoota Musliima Godina Arsii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kaawunsilii Dargaggoota Musliima Godina Arsii, Baby & children's clothing store, Asallaa, Assela.

Sagantaa baniinsa Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Godina Arsii tti Aanaa Sirkaa haala Miidhagaa fi...
15/06/2026

Sagantaa baniinsa Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Godina Arsii tti Aanaa Sirkaa haala Miidhagaa fi hawwaata ta'een bakka Hogganaan Mana Marii Aanichaa fi dura Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Aanaa ( Izadiun sheek Kadar ) argamanitti 8/10/2018 raawwateera

Galan Rabbii Isa Malee Gabbaramaan hin jirreef haa ta'u As geenye kan boru illee isatu beeka Alhamdulillah
05/06/2026

Galan Rabbii Isa Malee Gabbaramaan hin jirreef haa ta'u As geenye kan boru illee isatu beeka Alhamdulillah

27/05/2026

As.W.Wr.Wb kabajamtoota Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Aanaalee Godina Arsii fi Ummatni keenyaa Qaaliin baga Aayyaanaa Iidaa Arafaa bara /1447/ 2018 geessan

Sochii Galmee Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Boqojjii  Hordoffii hoggansa Kilaastaraa itti aanaa Darg/ Rasha...
25/05/2026

Sochii Galmee Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Boqojjii Hordoffii hoggansa Kilaastaraa itti aanaa Darg/ Rashaad H/ Aabbuu fi Hogganaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Godina Arsii Darg/ Kadaraa H/Kadiiroo fi barreessaan Kaawunsilii Godinaa Darg/ Gannaa Tilmoo argamanitti kutannoon hojii Magaalaa Boqojjii baay'ee fooyyee ta'uu hubatameera.

Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Boqojjii haala ho'aa ta'een Galma'aa jiru
05/05/2026

Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Boqojjii haala ho'aa ta'een Galma'aa jiru

05/05/2026
17/02/2026

yes

Ramadaan Mubaarak
17/02/2026

Ramadaan Mubaarak

Biyya Denmarkitti dargaggootni fi Shamarran shantama( 50) ta'a Islaamummaa fudhataniiru
28/01/2026

Biyya Denmarkitti dargaggootni fi Shamarran shantama( 50) ta'a Islaamummaa fudhataniiru

Address

Asallaa
Assela

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaawunsilii Dargaggoota Musliima Godina Arsii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share