26/01/2023
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 guyyaa har’aa ifoomuu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee beeksise.Barattoonni bu’aa qormaata isaanii guyyaa har’aa galgala sa’aatii 5:00 irraa eegalee gama