Baraa fi Furgugee Obsaan Dabarsan

Baraa fi Furgugee Obsaan Dabarsan Bagan si arge jennaan Bagan si hin dhokatiin jedhe Hattuun abbaa manaatiin.

08/06/2025
14/01/2025

Wanni hin cabne wanni hin dabne Rabbiin qofa
Ol utaaltus gad utaaltus
Lallabdus hasaastus
warra jabaa of se’u maraafuu jabaa inni hin beynetu jira.!!!

14/01/2025

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 50 QOFAATU HAFE
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.

Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture, akkas jechuun

1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu gahi ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan

2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.

Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanu.

Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu arkatu nu haa taasisu.

By: Dr. Ibsaa Dhugaa

https://t.me/IbsaaDhuga

Address

East Hararge
Hirna
3200

Telephone

+251973537475

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baraa fi Furgugee Obsaan Dabarsan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Baraa fi Furgugee Obsaan Dabarsan:

Share