Gaffagoo jachuun tokkunmaa oromoo leellisa

Gaffagoo jachuun tokkunmaa oromoo leellisa TOKKOOMAA tokkummaa tokkummaa tokkummaa tokkummaa

12/05/2022

As wr wb

13/02/2022
12/02/2022

Yaaaaa Allaah
Jireenya kee hin tuffatin namoonni hedduun bakka kee ga,uuf ni hawwaa jira waan ta,eef
Addunyaan tun hawwiidhaan guutamte
Yeroo gariin Konkolaataa moodeelaan jijjiiruu hawwu namni gariin kophee miti Miilaayyuu hin qabu
Suuraan tun namoota Argan hundaaf Akka ofyaadachiiftu shakkii hin qabu
Hawwiin mucaa kanaa utuu argatee Bishaanuma qulqulluu argatanii dhuguudha. Guyyaan nijjijjiirama akka rakkatametti hin hafu
Akka bal`attettis hin haftu
Rabbiin ummata kana Rahmata isaatiin nuuf hadhaqqabatu. Amiiin Aamiin

Address

Adis Ababa
Tulu Dimtu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaffagoo jachuun tokkunmaa oromoo leellisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share