Bîīfťůų Abdíį

Bîīfťůų Abdíį I LOVE YOU MY friend

namni gowwaan eenyu yoo jettan ka maqaa dhiira balleeyse kedir haromayaati😁😁
13/10/2025

namni gowwaan eenyu yoo jettan ka maqaa dhiira balleeyse kedir haromayaati😁😁

warri akanatti bajaaji qabdan qoftii dhiira tahu keesan beeka an 😂ka bajaaj qabu qofti kessaan😁
13/10/2025

warri akanatti bajaaji qabdan qoftii dhiira tahu keesan beeka an 😂
ka bajaaj qabu qofti kessaan😁

Miciyoon suura shee armaan gaditti argitan tuni adde   Mohammed aliyyi addem jedhamtii dhalatuu godinaa harargee bahaa a...
29/07/2025

Miciyoon suura shee armaan gaditti argitan tuni adde Mohammed aliyyi addem jedhamtii dhalatuu godinaa harargee bahaa anaa gooroo guutuu aradda erer madda cinnetti kan dhalatte yoo taatu dalagadheen of jijiira jattee biyya somalia hargeessa deemte osoo manaa namaa hojetuu achii gad baasanii albeen qaqalani karaa irratti gatanii oromoon martii dhiignii dubbarti teenya akka bahanuuf sagalee haa tanuuf isiniin jedha.

Eesssa ishee bareeda mee numa faarsanii?? 🤣🤣
26/07/2025

Eesssa ishee bareeda mee numa faarsanii?? 🤣🤣

Justice for Kenan Addunyaa
02/07/2025

Justice for Kenan Addunyaa

🚨 𝐎𝐅𝐅𝐈𝐂𝐈𝐀𝐋: Arsenal will finish the season with ZERO TITLES. 0️⃣❌🏆❌ Premier League 🏆❌ UEFA Champions League 🏆❌ Carabao C...
07/05/2025

🚨 𝐎𝐅𝐅𝐈𝐂𝐈𝐀𝐋: Arsenal will finish the season with ZERO TITLES. 0️⃣❌

🏆❌ Premier League
🏆❌ UEFA Champions League
🏆❌ Carabao Cup
🏆❌ FA Cup

19/03/2025

Wayooo!!!

Wagga kuniis dhumuufi osoon an hin herumin
Baranaas🥰

13/03/2025

Halkan 14ffaa

Yaa khan gabroottan isaatiif araarmuu jaalatu, yaa khan gabroottan isaa mararfatu, Baatii araaramaa tana keessa akka nuuf araaramtu si khadhanna. Yaa Rabbi nuuf araarami, nu mararfadhu 🌙🤲

🌷

13/03/2025

Gurbaan Profile irraa Adurree kaa'atee Hi naan jedhe sun qoyi Hantuuta sitti fakkaadhe moo??😂😂😂

Address

Aweday

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bîīfťůų Abdíį posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share