Fiŕóò Fìřåă nure

Fiŕóò Fìřåă nure kotu kotu siyaama

09/10/2025

Alhamdulilaah! Nageenya ittii fufu rabbii Isaanif haagodhu

27/08/2025
26/08/2025

With Tîjãñ Jêmãl – I just got recognized as one of their rising fans! 🎉

Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun Gaazexeessitoonni Fa🇵🇸iin kunneen Ga*z💔zaa Kha*an Yuunus 🇵🇸 keessatti bakkatti...
25/08/2025

Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun

Gaazexeessitoonni Fa🇵🇸iin kunneen Ga*z💔zaa Kha*an Yuunus 🇵🇸 keessatti bakkatti wareegamaniiru.

Mohammed Salaamaa,
Maryam Abu Daka,
Hossam El-Masri fi
Moaz Abu Xaha

Rabbiin sha*hiidum-maa isaanii isaan irraa haa qeebalu.

Godina Harargee lixaa Magaalaa Baddeessaatti kan argamu madrasaan bilaal barattoota isaa barsiisaa ture gaafa guyyaa 29/...
13/07/2025

Godina Harargee lixaa Magaalaa Baddeessaatti kan argamu madrasaan bilaal barattoota isaa barsiisaa ture gaafa guyyaa 29/10/2017 Eebbise!

Madrasaan bilaal magaalaa baddeeysaa barattoota isaa bakka hawaasni biyyaa shekkaanii fi maatiin barattootaa argamanitti bifa miidhagaa taheen Barattoota isaa ebbisiise!

MaashaaAllah Allahumma baarik! Congratulations!
Madrasaan bilaan kan Magaalaa Baddeessaatti argamu seenaa dheeraa fi bu'aa bahii hedduu keeysa dabree sadarkaa kanarra gahe
alhamdullillah bakka guddaan Isaan haa gahu Rabbiin. barsisootaa fi namoonni/ Jaalattoonni hojii kheeyrii kanneen madrasa bilaal waan dandeeysaniin utuba turtan Rabbiin Jazaa keeysan Jannataan isiiniif haa kafalu. kana Caalaa jabaadhaa Fulduraatti Rabbi isin haa gargaaruu.


Madrasaa Bilaal Magaalaa baddeeysaa!

Intisaar Adam✍️

Assalamualaikum warahmatullah wabarakaatu                 Afeerraa gar kheeyrii❗️Bitanee bittadha qophi xumuraaIn shaa A...
22/04/2025

Assalamualaikum warahmatullah wabarakaatu
Afeerraa gar kheeyrii❗️
Bitanee bittadha qophi xumuraa

In shaa Allaah galgala jum'aa tii fi sabtii masjida guddatti Ishaa'ii fi maghriiba jidduu sheekh jawwabaan barsiisuuf waan deemuuf hawaasni magaalaa baddeessaa dhuftanii akka qooda irraa fudhattan isiniin jenna.❗️

Maqaan Kitaabaa "talkhiisu sifati sallatinnabiyi/تلخيص صفةصلاةالنبي" jedha.❗️

waliif godhaa baarakallaahu fiikum🙏

08/12/2024

"وَيَوْمَئِذٍ يَفْرَحُ الْمُؤْمِنُونَ"
"Guyyaa san mu'umintoonni ni gammadu"
اللهم لك الحمد

Address

Dendi

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251933102319

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fiŕóò Fìřåă nure posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share