Anas ibnu maalik

Anas ibnu maalik Dubartiin Amaana Rasuulaati Sallallahu aleeyhi wassallam ♥️Dubartii haa jabbeessinu

21/02/2026

Lubbuu Rabbiin uumee isumaatu Soora (Nyaachisa).
☝️❤️
Rabbiin Yaada fi Muraada kheessan isinif haa guutu 🤲🏽

01/04/2024

Niyyaa Teessan ta Kheeyiri hundaahu Rabbiin isinif guute isin haa gammachiisu wlhi ☝️🤲🏻

26/03/2024

Yaa Rabbii Soomana kheenya kha Dabarsine nurraa qeebali kha Hafees Warra irraa fayyadame milkaahu nu godhi🤲🏻

20/03/2024

Footo teessan post gootani ani Walloodha hin ja’ina Footo miidhamtoota walloo post godhun sagalee haa taanufi Waanuma agarte hubatti

Yaa Rabbii Islaamoota Ji’a kana keessaa Injifachiisa turte Ammallee ati Rabbuma sani Yaa allah Ummata   Gubbaa Aansi Inj...
18/03/2024

Yaa Rabbii Islaamoota Ji’a kana keessaa Injifachiisa turte Ammallee ati Rabbuma sani Yaa allah Ummata Gubbaa Aansi Injifannoo Akka Lola Badri injifannoo Akka san Arraa Ummata wallootifis Godhi Yaa Jabbaar Yaa Aziiz Yaa Âllâh 🤲🏾🤲🏾🤲🏾
Tumsi Rabbii isin waliin haa tahu 🤲🏾

18/03/2024

Alahamdulilah Soomana Guyyaa 8 Xummurree Rabbiin Saddeettan Jannataatin nuhaa qananiisu 🤲🏾

18/03/2024

Yoo Hin salaanne bilaashuma guyyaa hanga Beelaa fi dheebun oolte hin lakkaawwatin khe🤷🏼‍♂️

17/03/2024

Soomana Guyyaa 7 Dabarsinee Alahamdulilah Rabbiin Torban Azaaba Jalaa Najaa nuhaa Baasu ☝️🤲🏾

09/03/2024

Warra Hin fuudhin qofaaf
Dubartii ta Diin qabdu
Ta Haala fi ámala qabdu
Ta Qulqullina eegattu fi ta Nyaata godhu beeyitu fuudha … khalaas Gammachuun Jiraata na amani singili kiyya 🫣😍😁

Beekhaan waan dubbatu beekha Wallaalan waan beekhu dubbata   🥰
08/03/2024

Beekhaan waan dubbatu beekha
Wallaalan waan beekhu dubbata
🥰

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anas ibnu maalik posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share