Ayman Ahimad

Ayman Ahimad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ayman Ahimad, Baby & children's clothing store, Jimma.

22/05/2026

Nuuf Barbaadaa!
Ijoolleen kunneen Guyyaa har'aa mana barumsaa naannoo ayaatitti ministirii kutaa 6ffaa qoramanii manatti osoo hin galin jiru shere gochuun nuuf barbaadaa jedhu maatiin.
Maqaan isaanii:-Biitaaniyaa Abrahaa -Diinaa Xahaa fi Tinsaa'ee jedhamu yoo argitan lakkoofsa bilbilaa as jala jiruun bilbilaa!
Shere gochuun barbaadaafii!
አፋልጉን
ስም-ቢታንያ አብርሃም
ዲና ጠሃ እና
ትንሳኤ

ዛሬ ግንቦት 14/2018 አያት አካባቢ ከሚገኘው ምዕራፍ አካዳሚ የ6 ኛ ክፍል ሞኒስትሪ ተፈትነው ወደየቤታቸው አልተመለሱም ።

እበካችሁ ልጆቻችንን ያየችሁ ወይንም ያሉበትን የምታዉቁ ከታች ባስቀመጥነት ስልክ ቁጥሮች አሳውቁን ይላሉ ፈላጊ ቤተሰቦቻቸው
ስልክ 0911284497
ስልክ 0912670538
ስልክ 0944344476

Yaa Rabbi nu guddisi!🤲🤲🤲
27/04/2026

Yaa Rabbi nu guddisi!🤲🤲🤲

14/04/2026
27/03/2026

Aartuun Re'ee hin horattu jedhamaa ture amma garuu Aartee re'ee horatta.
🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐🐐
Waan ajaa'ibaati! Re'een Korbeessi kun guyyaa har'aa Ethiopia 🇪🇹 Harargee lixaa Aanaa Daaroo Labuu keessatti qarshii kuma saddeetamaan (80,000)tti gurgurame jedhan.
Diyaamandiidhuma taate ja'ikaa dhiiroo!🤔

11/03/2026

▪️Ofitti Amanamummaa kee Dabaluuf wantoota sibarbaachisan!
1.Namoota Nagaa gaafachuu, jechuun koo namoota beektu qofa osoo hin taane kan hin beeknes.
2. Maal-jennuu xiqqeessuu, waa'ee namaaf dhiphachuu dhiisuu
3. Yoon sirrii ta'uu baadhe akkanan ta'a jettee yaaduu dhiisuu.
4. Ispoortii hojjechuu, ispoortiin ofitti amanamummaa keenya hedduu dabala.
5. Uffata miidhagaa fi qulqullina qabu uffachuu.
6. Akka Ogeessaatti haasa'uu, ofitti amanamummaa jechuun callisaniituma odeessuu jechuu miti.
7. Nama hunda gammachiisuu yaaluu dhiisuu.

Afaan Oromoo Press
Adabbii jalaa nu baasaa warri isin bira qaqqabe hundi shere gochuun nu gargaaraa maaloo!
Ulfaadhaa Galatoomaa Hundi keessaniyyuu🙏

11/03/2026

Hal**llaa Laalessaa Raawwatte!🚀
======
Hal**llaa kuufama boba’aa keenya irratti dhaqqabe deebii kennuuf , warshaa boba’aa, gaazii fi Zaytaa israel 🇮🇱 Hayfaatti argamu irratti xiyyeeffannaan goone milkaa’eera “
Dubbi himaa warraaqsa Iran 🇮🇷

22/02/2026

❤❤❤❤
Dhalasaa guddisuudhaaf
Asiif achi kan hiraaru
Utubaaf dagalee ta'ee
Kan galma maatii ijaaru

Ciniinnatee bu'ee ba'ee
Bu'aa ba'ii dirreef tabbaa
Maatii tokko ijaaruudhaaf
Gita hin qabu bakki Abbaa

Osoo dadhabe hin jedhin
Ka'ee barii barraaqa
Ijoolleesaa guddisuuf
Mudhii hidhatee carraaqa

Wanta sooratu dhabee
Yoo ta'ellee agabuu
ilmaansaa guddisuudhaaf
Wanta hin taane hin qabu

Aduuf qorraan waadamee
Miilasaa qullaa jooraa
Dafqasaa xuruurfachaa
Fidee maatiisaa sooraa

Haadha ijoolleesaatii
Boqonnaa teessisuuf
ilmaansaa guddifatee
Bakka ol'aanaa geessisuuf
Heddudha wixxifataa

Waa'een Abbaa jechaan oli
Oolmaasaa ibsuun ni cima
Jaalallisaa jechaan miti
Hojiif gochasaatu hima.

Abbabaa koo gaarii koo
Maalan hima raajii koo????

Akaakaa wajjin akkam jirraAmajjii/ጥር/ 26/5/2018 Jiren Abbaa Jifaar
03/02/2026

Akaakaa wajjin akkam jirra
Amajjii/ጥር/ 26/5/2018
Jiren Abbaa Jifaar

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayman Ahimad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share