Faaya Hangaatuu - Baatuu

Faaya Hangaatuu - Baatuu Hangatu Collections - Batu

Baatuu Mana Uffataa Aadaa Faaya Hangaatuu! Manni uffataa aadaa faaya Hangaatuun bulchiinsa magaalaa baatuutitti kan arga...
18/09/2025

Baatuu
Mana Uffataa Aadaa Faaya Hangaatuu!
Manni uffataa aadaa faaya Hangaatuun bulchiinsa magaalaa baatuutitti kan argamu yoo ta'u akkaataa ajaja keessaniitiin hojjachuudhaan iddoo isin jirtanitti isiniif qopheessuudhaaf qophii hunda xumurannee hojitti gallee jirra. Maarree isinis kanuma hubachuun uffata aadaa kamiinuu diizaayina isin feetanii nu ajajuu dandeessu!

Teessoon bulchiinsa magaalaa baatuu daandii buufata konkolaataa irraan akkuma gad seentaniin faarmaasii Yoonaas fuulduratti argamna.
Odeeffannoo dabalataaf; lakk bilbilaa +251966453197 Haloo jedhaa🤙
Lakk manaa.... 122

Address

Bole
Ziway

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faaya Hangaatuu - Baatuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category