Jabaa Ijaraa

Jabaa Ijaraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jabaa Ijaraa, Men's clothes shop, Australia, Ho Chi Minh City.

05/03/2026

Yesuusin tuffachuun qullaa dirree irra nama dhaaba. ...warra ulfina anaaf kennaniif ulfina nan kenna, warra na tuffatan immoo nan salphisa. 2Sam.2:30. Waaqayyo kan itti ga'isan miti'o... Gal.6:7.

07/06/2025

Ibidda boba'ee hindhamne
Gurbaan Abdii Raggaasaa jedhumu Kun uummata Itiyopiyaa adduman immoo uummata Oromoo keessatti ibidda boba'ee hindhamne bobeessuuf haal - duree jiru waan xumuree fakkaata. Durumaa irra jalqabee uummati Itiyopiyaa amantii, lagaan, qomoon fi sanyiin osoo gargaar hinba'iin wal danda'uudhaan, wal kabajee waliin jiraachaa tureera; waliiniis jiraachaa jira. Inni amma kun amantaa Musilima fi Kirstiyaanaa gidduutti ibidda boba'ee hindhamne bobeessuuf halkanii fi guyyaa kan amantaa kiristiyaanaa xureessu jechoonni fi vidiyoon Abdii Raggaasaa fi gartuun isaan hojjechaa jiraan Mootummaan yoo dhuguma biyya kana nagaatti nan eega jedhe kana dhaabsisuu qaba.
Sheerii qamoota nageenyaa Mootummaatiif.

Address

Australia
Ho Chi Minh City

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jabaa Ijaraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share