Shamii ye Liji Waltahii

Shamii ye Liji Waltahii salluu Alaa Rasuulillaa
S. A. w

17/02/2024
S.  A. W
18/10/2023

S. A. W

27/06/2023
20/06/2023

Mee arra isinin kadhadha. Sheek Abdulaxiif mana hidhaa keessatti irraanfatamaa jira.

Mee namni Rabbiin isiniif laaffise ergaa gosa feetan barreessaatii footoo sheekaa tanas maxxansaa.

Kaayyyoon guddoon duaaii isaaf godhuudha. Itti aansuun sheekni zulmiin hidhaa jiru kuni warra aangoo qabu fii warra aangoo majlisaa qabu birattis xiyyeefannaa akka argattu godhuudha.

1. Yaa Rabbbi sheek Abdulaxiif sheek sharfuddin hidhaa baasi

2. Majlisni dhimma sheek Sharfuddiin xiyyeefannaa kenneefii haa gargaaru.

3. Mootummaan nama guddaa umrii isaa ummata isaa tajaajilaa ture haa gad lakkisu.

Mee ergaa feetan fayyadamaa facebook keessanirratti maxxansaa.

Nama guddaa umriin, nama beekhaa ilmiin, nama aqiidaa lallabu hojiiin.

Address

صلو علا رسو لله الهم صلي علا محمد
Jiblah
1234

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shamii ye Liji Waltahii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shamii ye Liji Waltahii:

Share