06/10/2022
Rakkoo garaa kee keessaa jiruu bastee hiriyaa sii faana jirutti himuun duraa
Hiriyaa kiyya kun hangaam iccitii dhuunfaa qabata jette Tilmaamuun sii bira jira
👉 Akkamitti hiriyaa kiyya kana Tilmaamaa jettani namoonni gaafii itti ta,e jiraachuu mala
Kanas isiin qofa osoo hin ta'in Anas isinumaa waliin waan gaafii natti ta,fedha
Deebisaa gaafii kana yeroo itti aanu isiniif deebisa hanga sanatti page kiyya kana godhuu naa hordofaa